Paartiin Oromiyaa bulchaa jiru waldhibdeefi wal himannaa qondaaltonni dhaabichaa mootummaa naannichaarratti dhiheessaniirratti mari'achuun waliigalteerra gahuu ibse. Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa ...
Tibbana yaa'ii isaa lammaffaa gaggeessaa kan jiru Paartiin Badhaadhinaa Abiy Ahimad pirezidantii paartichaa gochuun irra deebiin filateera. Bulchaan Itoophiyaa waggoota muraasa darbaniif pirezidantii ...